Ergaa Phaawuloos Gara worra Qorontoosii Erge ka 1ffaa 2:9
Ergaa Phaawuloos Gara worra Qorontoosii Erge ka 1ffaa 2:9 WLNT
Haata'uu ammoo, «Ka ijji hin argine, ka gurri hin dhagenne; waan qalbii namaatitti hin yaadamne, waan Rabbi worra isa jaalataniif qopheesse» jedhamee akkuma barreeffame akkasuma dubbanna.










