YouVersion Logo
Search Icon

Uumama 37:22

Uumama 37:22 BOR

ammo boola tana keesa buumna, aka d'iigi isaa harka keennaani imbuune. Wonti inni akana jed'eefi, aka sila isa harka worra keesaa baase abbaati ergu.