1
Lakkoobsa 17:8
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
HAH
Guyyaa itti aanutti Museen dunkaana dhuga baʼumsaa seenee uleen Aroon kan gosa Lewwii iddoo buʼu sun isaa latu qofa utuu hin taʼin hudhee daraaree lawuzii naqate arge.
Compare
Explore Lakkoobsa 17:8