1
Hojii 15:11
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
HAH
Nu akka ayyaana Gooftaa keenya Yesuusiitiin fayyinu ni amanna; isaanis akkasuma ni fayyu.”
Compare
Explore Hojii 15:11
2
Hojii 15:8-9
Waaqni yaada garaa namaa beeku sun akkuma nuuf kenne sanatti isaaniifis Hafuura Qulqulluu kennuudhaan akka isaan simate mirkaneesse. Innis sababii garaa isaanii amantiin qulqulleesseef, nuu fi isaan gidduutti garaa garummaa tokko illee hin goone.
Explore Hojii 15:8-9