1
Hojii 13:2-3
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
HAH
Utuu isaan Gooftaa tajaajilaa, soomaas jiranuu Hafuurri Qulqulluun, “Barnaabaasii fi Saaʼolin hojii ani itti isaan waammadheef naa filaa” jedhe. Kanaaf isaan erga soomanii kadhatanii booddee harka isaanii jara irra kaaʼanii isaan ergan.
Compare
Explore Hojii 13:2-3
2
Hojii 13:39
Namni amanu hundinuu waan seera Museetiin furamuu hin dandaʼin hunda irraa karaa Yesuusiitiin furamuu ni dandaʼa.
Explore Hojii 13:39
3
Hojii 13:47
Gooftaan akkana jedhee nu ajajeeraatii; “ ‘Ani akka ati Namoota Ormaatiif ifa taatee, hamma qarqara lafaatti fayyina geessituuf si filadheera.’”
Explore Hojii 13:47