1
Hujii Ergamootaa 22:16
Kitaaba Woyyuu
KitWoy
Eegasuu amma maaf turta? dafii ka'iitii maqaa isaa waama'aa cuuphami, cubbuu keellee dhiqadhu.›
Compare
Explore Hujii Ergamootaa 22:16
2
Hujii Ergamootaa 22:14
Inni akkana naan jedhe, ‹Waaqa abbootaa akka fedha isaa beettuuf, akka qajeellummaa argituuf akka afaan isaatii dubbii dhageettuuf, durumaa si filateera.
Explore Hujii Ergamootaa 22:14
3
Hujii Ergamootaa 22:15
Waan argitee fi waan dhageette nama maraa afo'otti ragaa taataaf.
Explore Hujii Ergamootaa 22:15