1
Macaafa Ruut 2:12
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
MacQul
Gocha keetiif Waaqayyo waan gaarii siif haa deebisu, gatiin kees Waaqayyo gooftaa Israa'el, isa ati bobaa isaa jalatti kooluu galte biraa waan gaariidhaan siif haa guutu!>> jedhe.
Compare
Explore Macaafa Ruut 2:12
2
Macaafa Ruut 2:11
Boaz immoo deebisee Ruutiin,<<Erga abbaan manaa kee du'ee wanti ati amaatii keef goote hundinuu, tokko tokkoon anatti himameera; attamitti abbaa kee fi haadha kee, biyya itti dhalattes dhiiftee, gara saba dur hin beeknee akka ati dhufte dhaga'eera*.
Explore Macaafa Ruut 2:11