1
Faaruu Ermiyaas 2:19
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
MacQul
Akka eegdotaa yeroo yerootti dammaqiitii ka'ii iyyi! Gadda garaa keetii Waaqayyo duratti gad jijjigsi! Lubbuu ijoollee keetii warra beela'anii, wal ga'ii karaa hundumaa irratti kukkufaniif harka kee gara isaatti ol qabiitii isa kadhadhu!
Compare
Explore Faaruu Ermiyaas 2:19