YouVersion embleem
BybelLeesplanneVideo's
Kry die toep
Taalkieser
Soek-ikoon

Gewilde Bybelverse vanaf Uumama 7

1

Uumama 7:1

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYOS Nohiin akkana jedhe; “Ani akka ati dhaloota kana keessaa na duratti qajeelaa taate argeeraatii maatii kee hundumaa wajjin doonicha seeni.

Vergelyk

Verken Uumama 7:1

2

Uumama 7:24

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Bishaan sunis bultii dhibba tokkoo fi shantama lafa irra lolaʼe.

Vergelyk

Verken Uumama 7:24

3

Uumama 7:11

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Bara jireenya Nohi waggaa dhibba jaʼaffaa keessa, jiʼa lammaffaatti, jiʼa sana keessaas guyyaa kudha torbaffaatti burqaawwan tuujuba gurguddaa hundi ni dhoʼan; foddaawwan bishaan samiis ni banaman.

Vergelyk

Verken Uumama 7:11

4

Uumama 7:23

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Uumamawwan lubbu qabeeyyiin lafa irra jiraatan hundinuu ni haxaaʼaman; namnii fi horiin, uumamawwan lafa irra munyuuqanii fi simbirroonni samii, lafa irraa ni haxaaʼaman. Nohii fi warra isa wajjin doonii keessa turan qofattu hafe.

Vergelyk

Verken Uumama 7:23

5

Uumama 7:12

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Bokkaanis guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama lafatti roobe.

Vergelyk

Verken Uumama 7:12

Vorige hoofstuk
Volgende hoofstuk
YouVersion

Moedig jou aan en daag jou uit om elke dag intimiteit met God op te soek.

Bediening

Iets oor ons

Loopbane

Vrywilliger

Webjoernaal

Media

Nuttige skakels

Hulp

Skenk

Bybelweergawes

Klankbybels

Bybeltale

Vers-van-die-dag


'n Digitale bediening van

Life.Church
Afrikaans (South Africa)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivaatheidsbeleidVoorwaardes
Program vir die openbaarmaking van kwesbaarheid
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest