YouVersion embleem
BybelLeesplanneVideo's
Kry die toep
Taalkieser
Soek-ikoon

Gewilde Bybelverse vanaf Baʼuu 6

1

Baʼuu 6:6

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Kanaafuu saba Israaʼeliin akkana jedhi: ‘Ani WAAQAYYO; waanjoo warra Gibxi jalaa isin nan baasa; ani garbummaa isaanii jalaa isin nan baasa; irree diriiraa fi murtii jabaadhaanis isin nan fura.

Vergelyk

Verken Baʼuu 6:6

2

Baʼuu 6:7

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Ani akka saba ofii kootti isin fudhadha; Waaqa keessan nan taʼa. Yeroo sana isin akka ani WAAQAYYO Waaqa keessan kan waanjoo warra Gibxi jalaa isin baase taʼe ni beektu.

Vergelyk

Verken Baʼuu 6:7

3

Baʼuu 6:8-9

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Ani biyya isan Abrahaamiif, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif kennuuf harka koo ol qabadhee kakadhe sanatti isin nan galcha. Dhaala godhees isiniif kenna. Ani WAAQAYYO.’ ” Museenis waan kana saba Israaʼelitti hime; isaan garuu waan abdii kutatanii fi garbummaa hamaa keessa turaniif isa hin dhageenye.

Vergelyk

Verken Baʼuu 6:8-9

4

Baʼuu 6:1

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYOS Museedhaan, “Amma waan ani Faraʼoon irratti hojjedhu ati ni argita: sababii irree koo jabaa sanaatiif mootichi gad isaan dhiisa; sababii irree koo jabaa sanaatiifis mootichi biyya isaa keessaa isaan ariʼa” jedhe.

Vergelyk

Verken Baʼuu 6:1

Vorige hoofstuk
Volgende hoofstuk
YouVersion

Moedig jou aan en daag jou uit om elke dag intimiteit met God op te soek.

Bediening

Iets oor ons

Loopbane

Vrywilliger

Webjoernaal

Media

Nuttige skakels

Hulp

Skenk

Bybelweergawes

Klankbybels

Bybeltale

Vers-van-die-dag


'n Digitale bediening van

Life.Church
Afrikaans (South Africa)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivaatheidsbeleidVoorwaardes
Program vir die openbaarmaking van kwesbaarheid
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest