YouVersion embleem
BybelLeesplanneVideo's
Kry die toep
Taalkieser
Soek-ikoon

Gewilde Bybelverse vanaf Baʼuu 5

1

Baʼuu 5:1

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Ergasii Musee fi Aroon Faraʼoon bira dhaqanii, “WAAQAYYO Waaqni Israaʼel akkana jedha; ‘Akka inni gammoojjiitti ayyaana naa ayyaanessuuf saba koo gad dhiisi.’ ”

Vergelyk

Verken Baʼuu 5:1

2

Baʼuu 5:23

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Gaafa ani maqaa keetiin dubbachuuf Faraʼoon bira dhaqee jalqabee inni saba keetti rakkinuma fidaa jira; ati garuu gonkumaa saba kee hin furre.”

Vergelyk

Verken Baʼuu 5:23

3

Baʼuu 5:22

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Museen gara WAAQAYYOOTTI deebiʼee akkana jedhe; “Yaa Gooftaa, ati maaliif saba kanatti rakkina fidde? Ati kanaaf na ergitee?

Vergelyk

Verken Baʼuu 5:22

4

Baʼuu 5:2

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Faraʼoon immoo, “Akka ani isaaf ajajamee Israaʼelin gad dhiisuuf WAAQAYYO kun eenyu? Ani WAAQAYYO sana hin beeku; Israaʼelinis gad hin dhiisu” jedhe.

Vergelyk

Verken Baʼuu 5:2

5

Baʼuu 5:8-9

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Garuu akka isaan lakkoobsa xuubii kan duraan hojjechaa turan sana hojjetan godhaa; hamma isaanitti ramadame hin hirʼisinaa. Isaan dhibaaʼoo dha; kanaafuu, ‘Nu dhaqnee Waaqa keenyaaf aarsaa dhiʼeessina’ jedhanii iyyaa jiru. Akka isaan hojiidhaan qabamanii dubbii sobaatiif xiyyeeffannoo hin kennineef hojii isaanitti cimsaa.”

Vergelyk

Verken Baʼuu 5:8-9

Vorige hoofstuk
Volgende hoofstuk
YouVersion

Moedig jou aan en daag jou uit om elke dag intimiteit met God op te soek.

Bediening

Iets oor ons

Loopbane

Vrywilliger

Webjoernaal

Media

Nuttige skakels

Hulp

Skenk

Bybelweergawes

Klankbybels

Bybeltale

Vers-van-die-dag


'n Digitale bediening van

Life.Church
Afrikaans (South Africa)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivaatheidsbeleidVoorwaardes
Program vir die openbaarmaking van kwesbaarheid
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest