YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Uumama 19

1

Uumama 19:26

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Niitiin Looxi garuu of duuba ilaaltee utubaa soogiddaa taatee hafte.

Sammenlign

Utforsk Uumama 19:26

2

Uumama 19:16

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Inni garuu duubatti harkifate; waan WAAQAYYO isaaniif garaa laafeef namoonni sun harka isaatii fi harka niitii isaa, intallan isaa lamaanis harka qabanii magaalattii keessaa isaan baasan.

Sammenlign

Utforsk Uumama 19:16

3

Uumama 19:17

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Akkuma gad isaan baasaniinis ergamoota sana keessaa inni tokko, “Lubbuu kee oolfachuuf baqadhu! Of duuba hin milʼatin! Dirree irra iddoo tokko illee hin dhaabatin! Tulluuwwanitti ol baqadhu; yoo kanaa achii ni baddaa!” jedhe.

Sammenlign

Utforsk Uumama 19:17

4

Uumama 19:29

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Waaqni yeroo magaalaawwan dirree sanaa balleessetti Abrahaamin yaadate; kanaafuu yommuu magaalaawwan Loox keessa jiraachaa ture balleessetti Looxin balaa sana keessaa baase.

Sammenlign

Utforsk Uumama 19:29

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest