YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Uumama 18

1

Uumama 18:14

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Wanni WAAQAYYOOF hin dandaʼamne tokko iyyuu jiraa? Ani bara dhufu keessa yeroo murteeffametti deebiʼee gara kee nan dhufa; Saaraanis ilma ni deessi.”

Sammenlign

Utforsk Uumama 18:14

2

Uumama 18:12

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Kanaafuu Saaraan, “Ani erga jaaree bututee, gooftaan koos erga dulloomee booddee, gammachuu kana qabaachuu nan dandaʼaa?” jettee of keessatti kolfite.

Sammenlign

Utforsk Uumama 18:12

3

Uumama 18:18

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Abrahaam dhugumaan saba guddaa fi jabaa taʼa; sabni lafa irraa hundinuu karaa isaatiin eebbifama.

Sammenlign

Utforsk Uumama 18:18

4

Uumama 18:23-24

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Abrahaamis isatti dhiʼaatee akkana jedhe; “Ati nama qajeelaa nama jalʼaa wajjin ni balleessitaa? Yoo namoonni qajeeloon shantamni magaalattii keessa jiraatan hoo? Ati dhugumaan ishee ni balleessitaa? Sababii qajeelota shantamman ishee keessa jiraatan sanaatiif jettee ishee hin oolchituu?

Sammenlign

Utforsk Uumama 18:23-24

5

Uumama 18:26

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYOS, “Ani yoo magaalaa Sodoom keessatti qajeeltota shantama argadhe, isaaniif jedhee iddoo sana guutuu nan oolcha” jedhe.

Sammenlign

Utforsk Uumama 18:26

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest