YouVersion embleem
BybelLeesplanneVideo's
Kry die toep
Taalkieser
Soek-ikoon

Gewilde Bybelverse vanaf Uumama 46

1

Uumama 46:3

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Waaqnis akkana jedhe; “Ani Waaqayyo, Waaqa abbaa keetii ti. Gibxitti gad buʼuu hin sodaatin; ani achitti saba guddaa sin taasisaatii.

Vergelyk

Verken Uumama 46:3

2

Uumama 46:4

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Ani si wajjin Gibxitti gad buʼee deebisee sin fida. Harkuma Yooseftu ija kee walitti siif qaba.”

Vergelyk

Verken Uumama 46:4

3

Uumama 46:29

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yoosef gaarii isaa qopheeffatee abbaa isaa Israaʼel simachuuf Gooshenitti qajeele. Innis akkuma fuula isaa duratti mulʼateen morma isaatti marmee yeroo dheeraa booʼe.

Vergelyk

Verken Uumama 46:29

4

Uumama 46:30

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Israaʼelis Yoosefiin, “Ani sababii akka ati amma iyyuu lubbuun jirtu ofii kootiin argeef siʼachi duʼu illee hin gaabbu” jedhe.

Vergelyk

Verken Uumama 46:30

Vorige hoofstuk
Volgende hoofstuk
YouVersion

Moedig jou aan en daag jou uit om elke dag intimiteit met God op te soek.

Bediening

Iets oor ons

Loopbane

Vrywilliger

Webjoernaal

Media

Nuttige skakels

Hulp

Skenk

Bybelweergawes

Klankbybels

Bybeltale

Vers-van-die-dag


'n Digitale bediening van

Life.Church
Afrikaans (South Africa)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivaatheidsbeleidVoorwaardes
Program vir die openbaarmaking van kwesbaarheid
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest