GARA WARRA ROOMAA 7:25
GARA WARRA ROOMAA 7:25 MACQUL
Karaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos Waaqayyoof galanni haa ta'u! Akka kanatti, ani ofii kootii yaada garaa kootiin, seera Waaqayyoof nan hojjedha; namummaa koo isa fooniitiin garuu seera cubbuuf nan hojjedha*.


