GARA WARRA ROOMAA 10:9
GARA WARRA ROOMAA 10:9 MACQUL
Yesus gooftaa akka ta'e afaan keetiin yoo beeksifte, Waaqayyo du'aa akka isa kaase immoo garaa keetti yoo amante fayyina bara baraa in argatta*.