YouVersion embleem
BybelLeesplanneVideo's
Kry die toep
Taalkieser
Soek-ikoon

Gewilde Bybelverse vanaf Hujii Ergamittootaa 14

1

Hujii Ergamittootaa 14:15

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

«Isin namoota nana maali'iif kana raawwattan? nu'llee akkuma keessan bee namootaa, nu'u asi ka dhufnneef isin waan tasa kana mara irraa fagaattanii, sami'ii fi arddii, garba ciisa'aa fi wonittoota isaan keessatti argaman mara gara ka uumee, gara Waaqa jiraata'aa akka deebitaniif, oduu Gammachu'uu isinitti himu'uuf

Vergelyk

Verken Hujii Ergamittootaa 14:15

2

Hujii Ergamittootaa 14:9-10

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Naminni kun Phaawulos yoo dubbatutti taa'ee ni dhageeffata ture, Phaawulos'llee namicha guutatee laaleeti, amantii fayyu'uun isa gayu akka qabu yeroo argetti, «Qajeelii miila keetiin dhaabadhu!» jechu'uun qooniqqa ol aana'aan ni dubbate, namichi'llee ol ka'eeti tarkaanffachuu jala ni qabe.

Vergelyk

Verken Hujii Ergamittootaa 14:9-10

3

Hujii Ergamittootaa 14:23

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Woldaya amanti'ii titti'llee jaarssota isaaniif ni muudan, eega soomanii fi kadhataniin dubatti'llee, Gooftaa itti amananiiti yaboo isaan ni kennan.

Vergelyk

Verken Hujii Ergamittootaa 14:23

Vorige hoofstuk
Volgende hoofstuk
YouVersion

Moedig jou aan en daag jou uit om elke dag intimiteit met God op te soek.

Bediening

Iets oor ons

Loopbane

Vrywilliger

Webjoernaal

Media

Nuttige skakels

Hulp

Skenk

Bybelweergawes

Klankbybels

Bybeltale

Vers-van-die-dag


'n Digitale bediening van

Life.Church
Afrikaans (South Africa)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivaatheidsbeleidVoorwaardes
Program vir die openbaarmaking van kwesbaarheid
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest