Логотип YouVersion
БібліяПланиВідео
Завантажити додаток
Вибір мови
Іконка пошуку

Популярні біблійні вірші з Baʼuu 34

1

Baʼuu 34:6-7

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Waaqayyo fuula Musee dura darbee akkana jedhee labse; “WAAQAYYO, WAAQAYYO Waaqa gara laafessaa fi arjaa, kan dafee hin aarre, kan jaalallii fi amanamummaan isaa guddaa, kan araara isaa dhaloota kumaatamaaf tursu, kan hammina, fincilaa fi cubbuu namaaf dhiisuu dha. Taʼu illee inni nama yakka hojjetu adabu malee hin dhiisu; inni hamma dhaloota sadaffaa fi afuraffaatti sababii cubbuu abbootii isaaniitiif jedhee ijoollee isaaniitii fi ijoollee ijoollee isaanii ni adaba.”

Порівняти

Дослідити Baʼuu 34:6-7

2

Baʼuu 34:14

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Sababii WAAQAYYO maqaan isaa Hinaafaa jedhamu sun Waaqa hinaafu taʼeef ati Waaqa biraa hin waaqeffatin.

Порівняти

Дослідити Baʼuu 34:14

3

Baʼuu 34:10

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Kana irratti WAAQAYYO akkana jedhe; “Kunoo ani si wajjin kakuu nan gala. Ani fuula saba kee hundaa duratti dinqiiwwan kanaan dura saba kam iyyuu keessatti, addunyaa hunda keessatti takkumaa hin hojjetamin nan hojjedha. Sabni ati keessa jiraattus akka hojiin ani WAAQAYYO siif hojjedhu hammam sodaachisaa taʼe ni arga.

Порівняти

Дослідити Baʼuu 34:10

Безплатні плани читання та молитовні роздуми до Baʼuu 34

Попередній розділ
Наступний розділ
YouVersion

Заохочуємо та закликаємо вас шукати близькості з Богом щодня.

Служіння

Про YouVersion

Кар'єра

Стати волонтером

Блоґ

Преса

Корисні посилання

Допомога

Пожертвувати

Біблійні видання

Аудіо Біблії

Мови Біблії

Вірш дня


Цифрове служіння

Life.Church
Українська

©2026 Life.Church / YouVersion

Політика конфіденційностіУмови
Програма виявлення вразливостей
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest