Gara Worra Rooma'aa 13:8

Gara Worra Rooma'aa 13:8 ARSIDNT

Liqaan eennuutuu isin irra hin jiraatin, liqaan isin irra jiraachuun malu ufii keessan wol jaalachuu qofa haa ta'u, nama ka jaalatu seera ni raawwata.