YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Uumama 42

1

Uumama 42:21

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Isaanis akkana waliin jedhan; “Nu dhugumaan sababii obboleessa keenyaatiif adabamaa jirra. Yeroo inni nu kadhatetti lubbuun isaa hammam akka dhiphachaa turte argineerra; nu garuu isa dhagaʼuu didne; dhiphinni kun kanaaf nutti dhufe.”

Sammenlign

Utforsk Uumama 42:21

2

Uumama 42:6

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yoosefis bulchaa biyyattii kan uummata biyyattii hundatti midhaan gurguru ture. Obboloonni Yoosefis yommuu achi gaʼanitti fuula isaaniitiin lafatti gombifamanii sagadaniif.

Sammenlign

Utforsk Uumama 42:6

3

Uumama 42:7

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yoosef akkuma obboloota isaa argeen isaan beeke; garuu akkuma nama isaan hin beekneetti afaan hamaa isaanitti dubbatee, “Isin eessaa dhuftan?” jedhee isaan gaafate. Jarris, “Midhaan bitachuuf jennee Kanaʼaanii dhufne” jedhanii deebisan.

Sammenlign

Utforsk Uumama 42:7

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest