YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Seera Uumamaa 2

1

Seera Uumamaa 2:24

Kitaaba Woyyuu

KitWoy

Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa, haadha manaa ufiitiin wolitti maxxana; lamaanuu foon tokko ta'an.

Sammenlign

Utforsk Seera Uumamaa 2:24

2

Seera Uumamaa 2:18

Kitaaba Woyyuu

KitWoy

Kanatti aansee Rabbi Waandhi, «Namni hojja jiraachuun misha'aa miti; kanaafuu gargaaraa isaa tolu haa uumnuufii» jedhe.

Sammenlign

Utforsk Seera Uumamaa 2:18

3

Seera Uumamaa 2:7

Kitaaba Woyyuu

KitWoy

Kanaan maayessa Rabbi Waandhi biyyee lafaa fuudhee qamashee funyaaniin hafuura jireennaa itti afuufe; namnillee uumama jiraataa lubbuu qabu ta'e.

Sammenlign

Utforsk Seera Uumamaa 2:7

4

Seera Uumamaa 2:23

Kitaaba Woyyuu

KitWoy

Aadam «Lafeen tun lafee tiyya irraa; foon kunillee foon kiyya irraa, isiin waan dhiira irraa argamteef ‹Intala› haa jedhamtuu» jedhe.

Sammenlign

Utforsk Seera Uumamaa 2:23

5

Seera Uumamaa 2:3

Kitaaba Woyyuu

KitWoy

Guyyaan Rabbi hujii waa uumu'uu maraa raawwatee hujii ufii maraa irraa hara itti baafate kana waan ta'eef guyyaa torbeesso'oo woyyoomsee eebbise.

Sammenlign

Utforsk Seera Uumamaa 2:3

6

Seera Uumamaa 2:25

Kitaaba Woyyuu

KitWoy

Aadamii fi haati manaa qullaa turan; ammo wol hin saalfatan.

Sammenlign

Utforsk Seera Uumamaa 2:25

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
English (US)

©2025 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest

Hjem

Bibel

Leseplaner

Videoer