Uumama 32:9

Uumama 32:9 BOR

Duuba Yakobooni Waaqa yaamate waan jed'e, Ee Waaqa, Waaqa akhaakhu kiyya Abrahamutiifi abba kiyya Isaaqo, AABBO Waaqa, siti, Lafafi worra keesaniti deebii, nagaya si guuta naani jed'e