Logo YouVersion
Icona Cerca

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 7:21-23

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 7:21-23 KITWOY

Wonti garaa namaa keessaa bayu yaada hamaa, seebaruu, hanna, ajjeesuu, sagaagaluu, luqunuu, hammeenna, sobuu, adaba dhabuu'u, hinaaffaa, maqaa nama balleessuu'u, uf jaju'uu fi ceem'uu fa'a. Hamtuun kun martuu keessa namaatii bayee nama batteessa.»