HOJII ERGAMOOTAA 28:26-27
HOJII ERGAMOOTAA 28:26-27 MACQUL
?Gara saba kanaa dhaqi jedhiinis, dhaga'uu in dhageessu, garuu hin hubattan; ilaaluu in ilaaltu, garuu hin argitan. Yaadni garaa saba kanaa hubachuu dadhabeera; gurra isaanii cuqaalaniiru, ija isaaniis dununfachiisaniiru. Silaa'oo, ija isaaniitiin in argu, gurra isaaniitiinis in dhaga'u turan; yaada garaa isaaniitiin in hubatu, gara koottis in deebi'u turan; ani immoo isaan nan fayyisan ture? yommuu jedhe ba'eessa dubbate*.

