HOJII ERGAMOOTAA 24:25

HOJII ERGAMOOTAA 24:25 MACQUL

Yeroo Phaawulos dubbii isaa kana keessatti waa'ee qajeelummaa, waa'ee of dhowwuu akkasumas waa'ee firdii isa dhufuu dubbatetti garuu, Feeliks in sodaate; ?Ammaaf dhaquu in dandeessa, yommuu ani fucha argadhu immoo sin waamsisa? ittiin jedhe*.