HOJII ERGAMOOTAA 23:11

HOJII ERGAMOOTAA 23:11 MACQUL

Gooftichi gaafasuma halkan Phaawulositti dhi'aatee, ?Laphee jabaadhu! Yerusaalemitti anaaf akkuma dhugaa baate akkasuma mandara Roomaattis anaaf dhugaa ba'uun siif in ta'a? jedheen*.