Logotip de YouVersion
La BíbliaPlansVídeos
Aconsegueix l'aplicació
Selector d'idiomes
Icona de cerca

Versets bíblics populars de Uumama 21

1

Uumama 21:1

KITAABA WAAQA

BOR

AABBO Waaqi akuma qara jed'e Sara eebise

Compara

Explorar Uumama 21:1

2

Uumama 21:17-18

KITAABA WAAQA

BOR

Waaqi boha much'aa d'agaye jennaani, malaikaani Waaqaa gubbaa Hajiriini dubbatte waan jette, Maanti akana si d'iba, Hajiri? Insodaatini, Waaqi boha much'a diqa ya d'agaye. Kai, much'a fuud'i, bohu d'owi. Anini isa abba gosa guddo tolcha.

Compara

Explorar Uumama 21:17-18

3

Uumama 21:2

KITAABA WAAQA

BOR

isiini garaachoofte jaaruma isaa keesa Abrahamuu ilma d'alte. Guyyuma Waaqi Ind'alata jed'e, ilmi suni d'alate.

Compara

Explorar Uumama 21:2

4

Uumama 21:6

KITAABA WAAQA

BOR

Saraani waan jette, Waaqi yayu gammachuufi koblaani naa d'ufe. Nami ch'ufti, ka waan kana d'agaye, na woliini kobla.

Compara

Explorar Uumama 21:6

5

Uumama 21:12

KITAABA WAAQA

BOR

Ammo Waaqi waan Abrahamuuni jed'e, Much'afi tissiti teetile iyyaadiini, waan Saraani siini jette ch'ufa tolchi. Wonti akanatiifi atini Isaaqo ira ilmaani heddu argatta.

Compara

Explorar Uumama 21:12

6

Uumama 21:13

KITAABA WAAQA

BOR

Ammalle anini ilmaani heddu much'a intala tissiti tanati kenna; isiileeni gosa guddo taati. Wonti akanatiifi innileeni ilmuma keeti.

Compara

Explorar Uumama 21:13

Capítol anterior
Capítol següent
YouVersion

Animant-te i desafiant-te a buscar la intimitat amb Déu cada dia.

Ministeri

Sobre

Carreres

Fes-te voluntari

Blog

Premsa

Enllaços útils

Ajuda

Fer un donatiu

Versions de la Bíblia

Bíblia en àudio

Idiomes de la Bíblia

Verset del dia


Un Ministeri Digital de

Life.Church
Català

©2026 Life.Church / YouVersion

Política de privacitatCondicions d'ús
Programa de divulgació de vulnerabilitats
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest