1
Uumama 7:1
KITAABA WAAQA KA KITAABA DEUTAROKANONIKOL/ APOKRIFA QABU
BOR
Jennaani AABBO Waaqi waan Nuhuuni jed'e, Beena, siifi worri kanke ch'ufti hobolo seena, ani layu arge, nama lafa ke jiru ch'ufa keesa sii ch'allati nama d'ugaati.
Primerjaj
Razišči Uumama 7:1
2
Uumama 7:24
Ka diqole gadi inhiqiini, bisaani bulti d'ibba tokofi shantama lafa ira taani.
Razišči Uumama 7:24
3
Uumama 7:11
Gaafa ganni Nuhu d'ibba jaa, jia lameeso, guyya kud'ani torbeeso, guyya suni, bisaani jalaa olfarqatani gubbaale gabaafatani.
Razišči Uumama 7:11
4
Uumama 7:23
AABBO Waaqi waan lubbu qaba, ka lafa gubba jira ch'ufa balleese — nama taanaani, bineensa taanaani, waan lafa ira lohule taanaani, ammalle simpirrele taanaani. Nuhufi waan isa woliini hobolo keesa jiru ch'allati hafe.
Razišči Uumama 7:23
5
Uumama 7:12
Guyya afurtamatiifi halkani afurtama bokai akasuma lafa gubbati roobe.
Razišči Uumama 7:12
Domov
Sveto pismo
Bralni načrti
Videoposnetki