Bibelappen-logo
Søkeikon

Lakkoobsa 14:24

Lakkoobsa 14:24 HAH

Garbicha koo Kaaleb garuu sababii inni hafuura addaa qabuu fi sababii garaa guutuudhaan na duukaa buʼaa jiruuf, ani biyya inni dhaqe sanatti isa galcha; sanyiin isaas biyya sana ni dhaala.