YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Lewwota 20

1

Lewwota 20:13

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“ ‘Yoo namni akkuma dubartii wajjin ciisutti dhiira wajjin ciise lamaan isaanii iyyuu waan jibbisiisaa hojjetaniiru. Isaan haa ajjeefaman; dhiigni isaanii matuma isaaniitti deebiʼa.

Sammenlign

Utforsk Lewwota 20:13

2

Lewwota 20:7

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“ ‘Of qulqulleessaa; qulqullootas taʼaa; ani WAAQAYYO Waaqa keessaniitii.

Sammenlign

Utforsk Lewwota 20:7

3

Lewwota 20:26

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Sababii ani WAAQAYYO qulqulluu taʼee fi akka isin kan koo taataniifis saboota kaan irraa addaan isin baaseef, isin qulqulloota naaf taʼaa.

Sammenlign

Utforsk Lewwota 20:26

4

Lewwota 20:8

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Sirna koo eegaa; duukaa buʼaas. Ani WAAQAYYO isa isin qulqulleessuu dha.

Sammenlign

Utforsk Lewwota 20:8

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest