YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Lewwota 18

1

Lewwota 18:22

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“ ‘Akka namni dubartii wajjin ciisu ati dhiira wajjin hin ciisin; wanni kun hojii jibbisiisaa dha.

Sammenlign

Utforsk Lewwota 18:22

2

Lewwota 18:23

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“ ‘Horii kam iyyuu wajjin wal bira geessee of hin xureessin; dubartiin horii wajjin wal bira gaʼuuf ofii ishee itti hin kennin; kun waan karaa irraa goree dha.

Sammenlign

Utforsk Lewwota 18:23

3

Lewwota 18:21

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“ ‘Ijoollee kee keessaa tokko illee akka Moolekiif aarsaa taʼaniif hin kennin; ati maqaa Waaqa keetii hin xureessin. Ani WAAQAYYO.

Sammenlign

Utforsk Lewwota 18:21

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest