YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Uumama 26

1

Uumama 26:3

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Biyyuma kana jiraadhu; ani si wajjin nan taʼa; sin eebbisas; biyya kana hunda sii fi sanyii keetiif nan kennaatii. Ani kakuun abbaa kee Abrahaamiif kakadhe sana nan guuta.

Sammenlign

Utforsk Uumama 26:3

2

Uumama 26:4-5

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Ani akkuma urjiiwwan samii sanyii kee nan baayʼisa; biyya kana hundas isaaniif nan kenna; saboonni lafa irra jiran hundinuus karaa sanyii keetiitiin eebbifamu. Kunis waan Abrahaam dubbii koo dhagaʼee fedhii koo, ajaja koo, labsii kootii fi seera koo eegeef.”

Sammenlign

Utforsk Uumama 26:4-5

3

Uumama 26:22

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Innis achii kaʼee iddoo biraa dhaqee boolla bishaanii biraa achitti qote; namni tokko iyyuu isa irratti wal hin lolle. Innis, “WAAQAYYO amma iddoo balʼaa nuu kenneera; nu biyyattii keessatti ni baayʼanna” jechuudhaan Rehooboot jedheen.

Sammenlign

Utforsk Uumama 26:22

4

Uumama 26:2

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYOS Yisihaaqitti mulʼatee akkana jedhe; “Biyya ani akka ati keessa jiraattuuf sitti himu keessa jiraadhu malee Gibxitti gad hin buʼin.

Sammenlign

Utforsk Uumama 26:2

5

Uumama 26:25

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yisihaaq achitti iddoo aarsaa ijaaree maqaa WAAQAYYOO waammate. Dunkaana isaas achi dhaabbate; tajaajiltoonni isaas iddoo sanatti boolla bishaanii qotatan.

Sammenlign

Utforsk Uumama 26:25

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest