YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Uumama 21

1

Uumama 21:1

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYO akkuma dubbate sana Saaraa yaadate; WAAQAYYO waan waadaa galeef sana ni raawwateef.

Sammenlign

Utforsk Uumama 21:1

2

Uumama 21:17-18

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Waaqni booʼicha mucichaa ni dhagaʼe; ergamaan Waaqayyoo samii keessaa Aggaarin waamee akkana jedheen; “Yaa Aggaar ati maal taate? Hin sodaatin; Waaqni booʼicha mucichaa iddoo inni ciisee jiruu dhagaʼeeraatii. Sababii ani saba guddaa isa godhuuf kaʼiitii harka keetiin mucicha ol fuudhi; jabeessiitii isa qabi.”

Sammenlign

Utforsk Uumama 21:17-18

3

Uumama 21:2

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Saaraan ulfooftee bara dulluma isaa keessa yeruma Waaqni waadaa isaaf seene sanatti Abrahaamiif ilma deesse.

Sammenlign

Utforsk Uumama 21:2

4

Uumama 21:6

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Saaraanis, “Waaqni kolfa naa kenneera; namni waan kana dhagaʼu hundis na wajjin kolfa” jette.

Sammenlign

Utforsk Uumama 21:6

5

Uumama 21:12

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Waaqni garuu akkana jedheen; “Waaʼee garbittii keetiitii fi waaʼee mucichaa hin yaaddaʼin. Sababii sanyiin kee Yisihaaqiin siif waamamuuf waan Saaraan siin jettu hunda dhagaʼi.

Sammenlign

Utforsk Uumama 21:12

6

Uumama 21:13

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Inni sanyii kee waan taʼeef ani ilma garbittii sanaa saba nan taasisa.”

Sammenlign

Utforsk Uumama 21:13

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest