YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Uumama 16

1

Uumama 16:13

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Isheenis maqaa WAAQAYYO isheetti dubbate sanaa, “Elrooʼii” jettee waamte. Isheen, “Ani dhugumaan Isa na argu sana argeera” jetteertiitii.

Sammenlign

Utforsk Uumama 16:13

2

Uumama 16:11

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Ergamaan WAAQAYYOO sun amma illee akkana isheen jedhe; “Kunoo ati ulfoofteerta; ilmas ni deessa. Maqaa isaas Ishmaaʼeel jedhii moggaasi; WAAQAYYO dhiphachuu kee dhagaʼeeraatii.

Sammenlign

Utforsk Uumama 16:11

3

Uumama 16:12

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Inni nama akka harree diidaa taʼa; harki isaa nama hunda irratti kaʼa; harki nama hundaas isa irratti kaʼa; obboloota isaa hundaanis jibbamaa jiraata.”

Sammenlign

Utforsk Uumama 16:12

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest