YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Baʼuu 31

1

Baʼuu 31:2-5

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Ilaa, ani gosa Yihuudaa keessaa Bezaliʼeel ilma Uuri, ilma Huuri filadheera; ani Hafuura Waaqaatiin, ogummaadhaan, dandeettii fi beekumsa hojii harkaa gosa hundumaan isa guuteera; Kunis akka inni warqeedhaan, meetii fi naasiidhaan hojii ogummaa hojjetuuf; akka inni dhagaawwan muree qopheessuuf, akka muka soofuu fi akka hojii ogummaa harkaa kan gosa hundaa keessatti hirmaatuuf.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 31:2-5

2

Baʼuu 31:13

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Saba Israaʼeliin akkana jedhi; ‘Isin Sanbattoota koo eegaa. Ani WAAQAYYO isa isin qulqulleessu akkan taʼe akka beektaniif kun dhaloota dhufu keessatti anaa fi isin gidduutti mallattoo taʼa.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 31:13

3

Baʼuu 31:17

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Kunis anaa fi Israaʼeloota gidduutti mallattoo bara baraa taʼa; WAAQAYYO guyyaa jaʼa keessatti samii fi lafa uumee guyyaa torbaffaatti boqotee aara galfateeraatii.’ ”

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 31:17

Gratis leseplaner og andakter relatert til Baʼuu 31

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest