YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Baʼuu 23

1

Baʼuu 23:25-26

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

WAAQAYYO Waaqa kee waaqeffadhu; innis midhaan keetii fi bishaan kee ni eebbisa. Dhukkubas isin gidduudhaa nan balleessa; biyya kee keessatti dubartiin ulfi irraa baʼu yookaan dhabduun tokko iyyuu hin argamtu. Jireenya guutuus siif nan kenna.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 23:25-26

2

Baʼuu 23:20

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Akka inni karaa irratti si eegee iddoo ani qopheessetti si galchuuf kunoo ani fuula kee dura ergamaa koo tokko nan erga.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 23:20

3

Baʼuu 23:22

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yoo ati waan inni jedhu akka gaarii dhaggeeffatee waan ani dubbadhu hunda goote, ani diinota keetti diina nan taʼa; warra siin mormaniinis nan morma.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 23:22

4

Baʼuu 23:2-3

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Waan hamaa hojjechuuf jettee nama baayʼee faana hin buʼin. Fuula seeraa duratti yommuu dhugaa baatu, gara nama baayʼee gortee murtii hin jalʼisin; murtii irratti hiyyeessaaf hin loogin.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 23:2-3

5

Baʼuu 23:1

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Oduu sobaa hin odeessin; dhuga baʼuu jalʼaa kennuudhaan nama balleessaa hojjete hin gargaarin.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 23:1

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest