YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Baʼuu 17

1

Baʼuu 17:11-12

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yeroo Museen harka isaa ol qabatutti Israaʼeloonni ni moʼatu turan; yeroo inni harka isaa gad buufatu immoo Amaaleqoonni ni moʼatu turan. Isaanis yeroo harki Musee dadhabaa deemetti dhagaa tokko fuudhanii isa jala kaaʼan; innis irra taaʼe. Aroonii fi Huuri inni tokko garanaan inni kaan immoo garasiin goranii akka harki isaa hamma aduun dhiitutti gad hin deebineef ol qabaniif.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 17:11-12

2

Baʼuu 17:6-7

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Kunoo ani kattaa Kooreeb sana bira fuula kee dura achi nan dhaabadha; akka namoonni bishaan dhuganiif ati kattaa sana dhaʼi; bishaanis isa keessaa ni baʼa.” Kanaafuu Museen fuula maanguddoota Israaʼel duratti akkasuma godhe. Sababii Israaʼeloonni lola kaasanii fi sababii isaan, “WAAQAYYO nu wajjin jira moo hin jiru?” jechuudhaan WAAQAYYOON qoraniif Museen iddoo sana Maasaahii fi Mariibaa jedhee moggaase.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 17:6-7

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest