YouVersion logo
BibelLeseplanerVideoer
Få appen
Språkvelger
Søkeikon

Populære bibelvers fra Baʼuu 12

1

Baʼuu 12:12-13

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Anis halkanuma sana Gibxi keessa nan darba; hangafa Gibxis namaa fi horii nan dhaʼa; waaqota Gibxi hundattis nan mura; ani WAAQAYYO. Dhiigni sunis manneen isin keessa jiraattan irratti mallattoo isinii taʼa; ani yommuun dhiiga sana argutti isin irra nan darba. Yeroo ani biyya Gibxi dhaʼuttis dhaʼichi badiisaa tokko iyyuu isin hin tuqu.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 12:12-13

2

Baʼuu 12:14

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

“Guyyaan kun guyyaa yaadannoo isiniif haa taʼu; akka ayyaanaatti WAAQAYYOOF ni ayyaaneffattu; dhaloota keessan hunda keessattis sirna bara baraa godhattanii ni eegdu.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 12:14

3

Baʼuu 12:26-27

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Yommuu ijoolleen keessan, ‘Sirni kun isiniif hiikkaa maalii qaba?’ jedhanii isin gaafatanitti, akkana jedhaa isaanitti himaa; ‘Kun qalma Faasiikaa WAAQAYYOO ti; inni yeroo warra Gibxi dhaʼetti manneen Israaʼeloota Gibxi keessa turan sanaa irra darbee manneen keenya nuuf oolcheeraatii.’ ” Kana irratti namoonni gad jedhanii waaqeffatan.

Sammenlign

Utforsk Baʼuu 12:26-27

Forrige kapittel
Neste kapittel
YouVersion

Oppmuntrer og utfordrer deg til å søke nærhet med Gud hver dag.

Tjeneste

Om

Karrierer

Frivillig

Blogg

Presse

Nyttige lenker

Hjelp

Gi

Bibeloversettelser

Lydbibler

Bibelspråk

Dagens bibelvers


En digital tjeneste av

Life.Church
Norsk

©2026 Life.Church / YouVersion

PersonvernerklæringVilkår
Vulnerability Disclosure Program
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest