Logo YouVersion
AlkitabPelanVideo
Dapatkan apl
Pemilih Bahasa
Ikon Carian

Ayat Alkitab yang Popular daripada Hujii Ergamittootaa 8

1

Hujii Ergamittootaa 8:39

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Bishaan keessaa eega bayaniin duubatti Hafuurri Goofta'aa Filiphosiin ni fudhateen. Yakkatamchi'llee deebi'ee hin argineen, haa ta'u malee gammada'aa adeemissa isaa itti ni fuufe.

Bandingkan

Selidiki Hujii Ergamittootaa 8:39

2

Hujii Ergamittootaa 8:29-31

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Yeroo kanatti Hafuurri Qulqulluun Filiphosiin, «Deemi gara guurttoo farddaa san dhiyaadhuutii dubbisiin» jedhe. Kanaaf Filiphos garasi fiigee deemeeti, naminni Itoophiya'aa kitaaba nabiyyicha Isaayaasii yoo dubbisu dhagayee, «Hiikkaan waan dubbifttuu siif ni galaa ree?» jedheen. Namichi Itoophiyichaa'llee, «Naminni ana gargaaru uduu hin jiraatin attamitti naaf galuu dandda'a ree?» jedheeti Filiiphosiin, «Guurttoo farddaa irraa bayiitii, anaan woliin taa'i» jedheen.

Bandingkan

Selidiki Hujii Ergamittootaa 8:29-31

Bab Sebelumnya
Bab Seterusnya
YouVersion

Mendorong dan mencabar anda untuk mencari hubungan rapat dengan Allah setiap hari.

Pelayanan

Perihal

Kerjaya

Jadi Sukarelawan

Blog

Akhbar

Pautan Berguna

Bantuan

Menderma

Versi Alkitab

Alkitab Audio

Bahasa Alkitab

Ayat Hari Ini


Pelayanan Digital

Life.Church
Bahasa Melayu

©2026 Life.Church / YouVersion

Polisi PrivasiTerma
Program Pendedahan Kerentanan
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest