YouVersion logotips
Meklēt ikonu

Wongeela Maatewos 18:6

Wongeela Maatewos 18:6 ARSIDNT

«Naminni kumi'llee anatti ka amanan maandhota kanniin keessaa tokko dogoggorssuu irra, dhagaan daakka'aa ulffaataan mormma isaa irratti hidhamee, gara garba ciisaa gad fago'oo titti gatamee uduu liqimffamee isaa woyya.»

Pants Attēls Wongeela Maatewos 18:6

Wongeela Maatewos 18:6 - «Naminni kumi'llee anatti ka amanan maandhota kanniin keessaa tokko dogoggorssuu irra, dhagaan daakka'aa ulffaataan mormma isaa irratti hidhamee, gara garba ciisaa gad fago'oo titti gatamee uduu liqimffamee isaa woyya.»