Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 9:47
Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 9:47 KITWOY
Ijji tee akka cubbuu hojjattu yoo si ataabde uf keessaa baasi. Ija lamaan qabaattee gara qilee ibidda hin dhaamnee galu'uu mannaa ija takkattii qabaattee gara jireennaa galuu sii woyya.




