Logo YouVersion
Icona Cerca

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 5:8-9

Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 5:8-9 KITWOY

Yesuus, «Ayyaana battii! nama kana keessaa bayi» waan isaan jedheeruuf. Yesuus, «Maqaan kee eennu?» jedhee isa gaafate. Inni, «Nu waan heddu taaneef maqaan kiyya duula» jedhee isaa deebise.