Raajii Daani'eelii 3:28
Raajii Daani'eelii 3:28 KITWOY
Achiin maayessa mootichi Nabukadanatsoor akkana jedhe, «Waaqa Sidiraaqii, Misaaqiitii fi Abdinaago'oo galanni haa gawu! inni ergamaa ufii ergee tajaajiltoota ufii kanniin hambiseera; isaan Waaqa ufii abdatanii isaa saganna malee waaqolee biraatii hin sagannu; jedhanii ajaja mooti'ii didanii jireenna ufii balaa irratti gatanii turan.





