የYouVersion አርማ
መጽሐፍ ቅዱስእቅዶችቪዲዮዎች
መተግበሪያውን ያግኙ
የቋንቋ መምረጫ
የፍለጋ አዶ

ከ{{ምዕራፍ}} ታዋቂ የመጽሐፍ ቅዱስ ጥቅሶች

1

Hujii Ergamittootaa 3:19

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Eegaa cubbuu keessan akka isinii dhabamisiifamuuf, cubbuu keessan irraa gara Gooftaa deebi'aa.

አወዳድር

{{ጥቅስ}} ያስሱ

2

Hujii Ergamittootaa 3:6

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Phexiros garuu, «Qarshi'ii fi worqqii hin qabu, waan qabu garuu siif ni kenna, maqaa Yesus Kristosii Naazireetiitiin ka'iitii tarkaanffadhu!» jedheen.

አወዳድር

{{ጥቅስ}} ያስሱ

3

Hujii Ergamittootaa 3:7-8

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Harka isaa ka mirgaa'llee qabee ol ni kaaseen, bakkumatti miilli isaatii fi koroonccoon isaa'llee ni jabaate. Ol ka'ee'llee ni dhaabate, tarkaanffataa'llee isaan woliin gara Mana Waaqeffanna'aa ni aseene, tarkaanffata''aatii fi utaala'aa'llee, Waaqa ni galateeffata ture.

አወዳድር

{{ጥቅስ}} ያስሱ

4

Hujii Ergamittootaa 3:16

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Kun ka argitanii fi naminni beekittan kun fayyee ka jabaate, amantii maqaa Yesusiitiin argameen, Maqaa Yesusii titti amanuu isaatiin'llee isin mara duratti fayyaa isaa guutuu argatee jira.»

አወዳድር

{{ጥቅስ}} ያስሱ

ከ Hujii Ergamittootaa 3ጋር የተዛመዱ ነፃ የንባብ እቅዶች እና ምንባቦች

የቀድሞው ምዕራፍ
ቀጣይ ምዕራፍ
YouVersion

በየቀኑ ከእግዚአብሔር ጋር የቅርብ ግንኙነት እንዲኖርዎ እንዲፈልጉ የሚያበረታታዎ እና የሚሞግትዎ።

አገልግሎት

ስለ

ሙያዎች

በጎ ፈቃደኛ

ብሎግ

ተጫን / ይንኩት

ጠቃሚ ማስፈንጠሪያዎች

እገዛ

ልገሳ

የመጽሐፍ ቅዱስ እትሞች

የድምጽ መጽሐፍ ቅዱስ

የመጽሐፍ ቅዱስ ቋንቋዎች

የዕለቱ ጥቅስ


የዲጂታል አገልግሎት

Life.Church
አማርኛ

©2026 Life.Church / YouVersion

የግለሰብነት መመሪያ / የግለሰብ አቋም መመሪያውሎች
የተጋላጭነት ገለጻ ፕሮግራም
ፌስቡክትዊተርኢንስታግራምዩትዩብፒንትረስት