1
Hujii Ergamittootaa 15:11
Waadaa Haarawa
ArsiDNT
Nu'llee ka fayyinnu akkuma isaanii san, kennaa bilisaa ka Gooftaa Yesusiitiin ta'uu isaa ni amana.»
አወዳድር
{{ጥቅስ}} ያስሱ
2
Hujii Ergamittootaa 15:8-9
Waaqinni onnee namaa beeku, haaluma Hafuura Qulqulluu nu'uuf kenneetiin, isaaniif'llee kennu'uun isaaniif ragaa ni baye. Onnee isaanii amanti'iin waan qulqulleesseef nu'uu fi isaan jiddu'utti, garaagarummaa woyiituu hin taasfnne.