Wongeela Maatewos 21:42

Wongeela Maatewos 21:42 ARSIDNT

Itti aanssee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Kitaabban qulqullaawota keessatti, ‹dhagaa worri kaabaa dhaga'aa ijaaran tuffataniin, inni dhagaa ijoo cabissata mata'aa ni ta'e, kun'llee hujii Goofta'aati, ija teennaaf'llee baasa› jedhamee ka barreeffame, gonkumaa isin hin dubbifinnee moo?»

Àwọn Fídíò tó Jẹmọ́ ọ

Àwọn àwòrán ẹsẹ fún Wongeela Maatewos 21:42

Wongeela Maatewos 21:42 - Itti aanssee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe,
«Kitaabban qulqullaawota keessatti,
‹dhagaa worri kaabaa dhaga'aa ijaaran tuffataniin,
inni dhagaa ijoo cabissata mata'aa ni ta'e,
kun'llee hujii Goofta'aati,
ija teennaaf'llee baasa›
jedhamee ka barreeffame, gonkumaa isin hin dubbifinnee moo?»