YouVersion logo
BijbelLeesplannenVideo's
Download de app
Taalkiezer
Zoek icoon

Populaire Bijbelverzen uit Uumama 14

1

Uumama 14:20

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Waaqayyo Waaqni Waan Hundaa Olii, inni diinota kee dabarsee harka keetti kenne sun haa eebbifamu.” Ergasii Abraam waan hunda irraa kudhan keessaa tokko isaaf kenne.

Vergelijk

Ontdek Uumama 14:20

2

Uumama 14:18-19

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Malkiiseedeq mootiin Saaleemis buddeenaa fi daadhii wayinii fideef; innis luba Waaqayyo Waaqa Waan Hundaa Olii ture; innis akkana jedhee Abraamin eebbise; “Abraam, Waaqayyo Waaqa Waan Hundaa Olii, isa samii fi lafa uume sanaan haa eebbifamu.

Vergelijk

Ontdek Uumama 14:18-19

3

Uumama 14:22-23

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Abraam garuu mootii Sodoomiitiin akkana jedhe; “Ani harka koo gara WAAQAYYO, Waaqa Waan Hundaa Olii, Uumaa samiitii fi lafaatti ol fudhadhee kakadheen jira; akka ati, ‘Anatu Abraamin sooromse’ hin jenneef ani waan kan kee taʼe keessaa tokko iyyuu, foʼaa yookaan teepha ittiin kophee hidhatan iyyuu hin fudhadhu.

Vergelijk

Ontdek Uumama 14:22-23

Vorig hoofdstuk
Volgend hoofdstuk
YouVersion

Moedigt jou aan en daagt je uit om elke dag gemeenschap met God te zoeken.

Bediening

Over

Carrières

Vrijwilliger

Blog

Pers

Nuttige links

Help

Bijdragen

Bijbelvertalingen

Luisterbijbels

Bijbeltalen

Tekst van de Dag


Een digitale bediening van

Life.Church
Nederlands (Nederland)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivacybeleidVoorwaarden
Programma voor openbaarmaking van kwetsbaarheden
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest