YouVersion logo
BijbelLeesplannenVideo's
Download de app
Taalkiezer
Zoek icoon

Populaire Bijbelverzen uit Baʼuu 36

1

Baʼuu 36:1

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Bezaliʼeel, Oholiiyaabii fi namni WAAQAYYO ogummaa fi dandeettii isaan ittiin hojii ijaarsa iddoo qulqulluu sanaa hunda beekan kenneef hundi akkuma WAAQAYYO ajajetti hojii kana haa hojjetan.”

Vergelijk

Ontdek Baʼuu 36:1

2

Baʼuu 36:3

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa

HAH

Isaanis kennaawwan Israaʼeloonni ijaarsa iddoo qulqulluu sanaatiif jedhanii fidan hunda Musee harkaa fuudhan. Namoonni Israaʼelis fedhii isaaniitiin ganama ganama kennaa isaanii fiduu itti fufan.

Vergelijk

Ontdek Baʼuu 36:3

Vorig hoofdstuk
Volgend hoofdstuk
YouVersion

Moedigt jou aan en daagt je uit om elke dag gemeenschap met God te zoeken.

Bediening

Over

Carrières

Vrijwilliger

Blog

Pers

Nuttige links

Help

Bijdragen

Bijbelvertalingen

Luisterbijbels

Bijbeltalen

Tekst van de Dag


Een digitale bediening van

Life.Church
Nederlands (Nederland)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivacybeleidVoorwaarden
Programma voor openbaarmaking van kwetsbaarheden
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest