YouVersion logo
BijbelLeesplannenVideo's
Download de app
Taalkiezer
Zoek icoon

Populaire Bijbelverzen uit Hujii Ergamittootaa 28

1

Hujii Ergamittootaa 28:31

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Mootummaa Waaqaa'llee lallabuun, waayee Gooftaa Yesus Kristosii eennu'llee uduu hin dhooginiin, ugiinssaan ni barsiisa ture.

Vergelijk

Ontdek Hujii Ergamittootaa 28:31

2

Hujii Ergamittootaa 28:5

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Phaawulos garuu bofa gara ibiddaa hargufee gateeti, miidhaan woyiituu uduu irra hin gayin ni hafe.

Vergelijk

Ontdek Hujii Ergamittootaa 28:5

3

Hujii Ergamittootaa 28:26-27

Waadaa Haarawa

ArsiDNT

Dubbiin dubbate'llee kana, gara ummata kanaa deemiitii, dhagayuu ni dhageettan, garuu hin hubattan, arguu'llee ni argitan, garuu hin onne'etti hin qabattan isaaniin jedhi, Onneen namoota kanniinii jaabaattee jirtti, gurri isaanii'llee duudee jira, ijji isaanii'llee cufamttee jirtti, akkana ta'uu uduu dhabaatee, ija isaaniitiin arganii, gurra isaaniitiin dhagayanii, onnee isaanii titti'llee hubatanii, gara kiyya ni deebi'anii, isaan ni faayyisa ture.

Vergelijk

Ontdek Hujii Ergamittootaa 28:26-27

Vorig hoofdstuk
Volgend hoofdstuk
YouVersion

Moedigt jou aan en daagt je uit om elke dag gemeenschap met God te zoeken.

Bediening

Over

Carrières

Vrijwilliger

Blog

Pers

Nuttige links

Help

Bijdragen

Bijbelvertalingen

Luisterbijbels

Bijbeltalen

Tekst van de Dag


Een digitale bediening van

Life.Church
Nederlands (Nederland)

©2026 Life.Church / YouVersion

PrivacybeleidVoorwaarden
Programma voor openbaarmaking van kwetsbaarheden
FacebookTwitterInstagramYouTubePinterest