YouVersion Logo
بائبلمطالعاتی منصوبہVideos
اپلی کیشن حاصل کریں
زبان کا انتخاب کنندہ
تلاش

Seera Uumamaa 7 سے مشہور بائبلی آیات

1

Seera Uumamaa 7:1

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

MacQul

Waaqayyo yommus Nohiin,<<Dhaloota kana keessaa, ati na duratti qajeelaa akka taate waanan argeef, ati warra mana kee hundumaa wajjin markabichatti gali*!

موازنہ

تلاش Seera Uumamaa 7:1

2

Seera Uumamaa 7:24

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

MacQul

Bishaanichi guyyaa dhibbaa fi shantama irra lafaa guutee taa'e.

موازنہ

تلاش Seera Uumamaa 7:24

3

Seera Uumamaa 7:11

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

MacQul

Kunis bara jireenya Nohi waggaa dhibba ja'affaa, ji'a lammaffaa, ji'icha keessaa guyyaa kudha torbaffaatti ture; gaafas burqituuwwan callabboo gurguddaa in futta'an, ittifni bishaanii bantii waaqaa keessaa in banaman.

موازنہ

تلاش Seera Uumamaa 7:11

4

Seera Uumamaa 7:23

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

MacQul

Bishaanichis wanta uumamee lafa irra jiraatu, nama, horii qe'ee, wanta munyuuqu, warra bantii waaqaa jala balali'anis hundumaa haxaa'ee in balleesse; isaan lafa irraa in haxaa'aman; Nohii fi warra isaa wajjin markabicha keessa turan duwwaatu hafe.

موازنہ

تلاش Seera Uumamaa 7:23

5

Seera Uumamaa 7:12

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

MacQul

Bokkaanis guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama lafa irratti yandoo buuse.

موازنہ

تلاش Seera Uumamaa 7:12

پچھلا باب
اگلا باب
YouVersion

آپ کو ہر روز خدا کے ساتھ قربت حاصل کرنے کی ترغیب دینا اور چیلنج کرنا۔.

خدمت

بارے میں

آسامیاں

رضاکار

Blog

Press

Useful Links

مدد

ہدیہ دیں

بائبل ورژن

Audio Bibles

بائبل کی زبانیں

آج کی آیت


کی ایک ڈیجیٹل خدمت

Life.Church
اردو

©2026 Life.Church / YouVersion

Privacy Policyشرائط
حساس کا انکشاف کرنے والا عمل
FacebookTwitterInstagramیوٹیوبپنٹیرسٹ